Fana: At a Speed of Life!

Feesbuukin fuula sobaa maqaa Faanaa Broodkaastiingi Koorporeetin banaman cufe

0 375

Finfinnee, Sadaasa 11,2011(FBC)-Feesbuukin fuula sobaa maqaa Faanaa Broodkaastiingi Koorporeetin banaman 20 ol cufe.

Faanaa Broodkaastiingi Koorporeet fuula sobaa maqaa dhaabbatichaa, suura fi odeeffannoowwan fuula feesbuukii dhaabbatichaa isa sirrii irratti maxxanfamu fudhatanii maxxansuun hordoftoota dogongorsiisaa turuu ibseera.

Tokkoon tokkoon isaanii hordoftoota kuma 10 hanga kuma 45 kan horatan yoo ta’u, odeeffannowwan sobaa maxxansuun burjaajjii umaa turaniiru.

Dhaabbatichi fuula feesbuukii sobaa maqaa isaatin banaman kanaan booda hordofuun kan cufsiisu ta’uu beeksiseera.

Miidiyaan hawaasaa feesbuukii dhaabbatichaa dhaabbata feesbuukin beekkamtiin kennameef Afaan Amaaran kan hojjetu hordoftoota miliyoona 1.2 ol qabu /https://www.facebook.com/fanabroadcasting/፣  Afaan Oromoon  hordoftoota  kuma 211 ol qabu /https://www.facebook.com/afanoromofana/ fi Afaan Tigriffaa hordoftoota kuma 33 ol qabu /https://www.facebook.com/tigrignafana/ fuula feesbuukii dhaabbatichaa ta’uu hubatamuu qaba.

fuula feesbuukii sobaa maqaa Faanaa Broodkaastiingi Koorporeetin banamanii dhaabbanni feesbuukii  cufe kan armaan gadiiti;

https://www.facebook.com/Fana-Broadcasting-Corporat-Sc-14…/…
https://www.facebook.com/fanabrod/?ref=br_rs
https://www.facebook.com/FBC-fana-broadcasting-corporate-…/…
https://www.facebook.com/FBC-fana-broadcasting-corporatio…/…
https://www.facebook.com/Fana-broadcasting-corporation-70…/…
https://www.facebook.com/fanabroadcassting/?ref=br_rs
https://www.facebook.com/Fana-Broadcasting-corporate-2479…/…
https://www.facebook.com/FBC-Fana-Broadcasting-Corporate-…/…
https://www.facebook.com/FBC-Afaanoromo-279030505607290/…
Fana Tv Hd/fbc ፋና ቲቪ
https://www.facebook.com/Fana-fm-981-radio-421795734574167/…
https://www.facebook.com/Fana-radio-226564814174016/…
https://www.facebook.com/FBCAfanoromo-300500286766907/…
https://www.facebook.com/fikru2k/?ref=br_rs
https://www.facebook.com/fanatv.HD/?ref=br_rs

https://www.facebook.com/FANA-television-ftv-128274767843…/…
https://www.facebook.com/fanatelevision/?ref=br_rs
https://www.facebook.com/Fana-Tv-541260999580718/?ref=search
https://www.facebook.com/ፋና-ቲቪ-fana-1944001595821027/
https://www.facebook.com/FBC-Fana-Broadcasting-Corporate-S…/
https://www.facebook.com/Fana-Broadcasting-Corporate-SC-27…/
https://www.facebook.com/Fana-brodcasting-corpotation-FBC-…/
https://www.facebook.com/FanaBroadcastingCorporate/
https://www.facebook.com/FANA-TV-SD-130945264384328/…
https://www.facebook.com/Fana-brodcasting-corpotation-FBC-…/

Comments
Loading...