Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantin Somaaliyaa Mahaammad Abdullaahii Faarmaajoo Goondar galan

0 92
Finfinnee, Onkololeessa 30,2011(FBC)-Preezdaantin Somaaliyaa Mahaammad Abdullaahii Faarmaajoo daawwiif Goondar galaniiru.
 
Preezdaant Mahaammad Abdullaahiif yeroo buufata xiyyaara Atsee Teedroos gahanitti Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahmadi fi aanga’oota biroon simannaan taasifameefii jira.
 
Preezdaant Mahaammad Abdullaahin, Muummee ministirira FDRI Dooktar Abiy Ahma fi Preezdaantii Eertiraa Isaayyas Afawarqii dhimmoota hariiroo waliinii irratti mari’atu.
 
Dureewwan Sadan walii galtee walitti makiinsa diinagdee gaanfa Afrikaa ji’a Lama dura Asmaraatti mallatteessun isaanii ni yaadatama.
 
Muummeen ministiraa Dooktar Abiy kaleessa Goondar galan.
Comments
Loading...