Fana: At a Speed of Life!

Oomishaa fi raabsaan ooksijiinii Hoospitaala Phaawloos hojii eegale

0 58
Finfinnee, Onkololeessa 30,2011(FBC)- Oomishaa fi raabsaan ooksijiinii Hoospitaala Qidduus Phaawloos ebbifamuun hojii eegale.
 
Oomishaa fi raabsichi baasii Birrii miiliyoona 200 ijaarame.
 
Siree 500f bakka tokko ooksijiinii, vaakyuumii fi tajaajila qilleensa meedikaalaa laachuu dandeessisa.
 
Guyyaatti siiliindarii 100 guutuu dandeessisas jedhaniiru ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Amiir Amaan karaa fuula Feesbuukii isaanitiin ebbichaan booda ibsa baasaniin.
Comments
Loading...