Fana: At a Speed of Life!

Muummeen ministiraa Dooktar Abiy dureewwan Eertiraa fi Somaaliyaa waliin daawwii taasisaa jiru

0 141
Finfinnee, Onkololeessa 30,2011(FBC)-Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahmad Preezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqii fi Somaaliyaa Mahaammad Abdullaahii Faarmaajoo waliin naannoo Amaaraatti daawwii taasisaa jiru.
 
Dureewwan daawwiisaaniitiin Proojektii jallisii Magaacaa aanaa Dambiyaa fi Paarkii Agroo Industiraa buree daawwataniiru.
Comments
Loading...