Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy, Isaayyaasii fi Mahaammad Faarmaajoon Baahir Daar galaniiru

0 159
Finfinnee, Onkololeessa 30,2011(FBC)-Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii fi preezdaantiin Soomaaliyaa Mahaammad Faarmaajoon magaalaa Baahir Daar galaniiru.
 
Dureewwan daawwii ganama Goondaritti taasisan xumuranii magaalaa Baahir Daar galaniiru.
 
Turtii ganamaatin Yuunvarsiitii Goondarii fi proojaktii jallisii aanaa Dambiyaa daawwataniiru.
 
Waaree boodammoo Paarkii Indaastirii Qindeessa Qonnaa Buree daawwataniiru.
 
Turtii isaanii Baahir Daarin marii sadee ni gaggeessun eegama.
Comments
Loading...