Fana: At a Speed of Life!

Roobootiin hojii miidhaginaa hojjetu agarsiisaf dhiyaate

0 73

Finfinnee, Onkololeessa 29,2011(FBC)- Roobootonni hojii miidhaginaa hojjechuu danda’an agarsiisa idil addunyaa Chaayinaarratti dhiyaatan.

Roobootonni kanneen oomishaalee miidhaginaa fayyadamanii hojjechuu ni danda’u jedhameera.

Roobootichi hidhii, nyaaraa fi rifeensa ijaa miidhagsuuf, buruushaa fi meeshaalee biroo fayyadamuu ni danda’u jedhameera.

Teeknooloojichi agarsiisa oomishaalee Chaayinaa amma baatii Faranjootaa Sadaasa 10tti tururratti dhiyaachudhaan jaalatama gonfateera.

Maddi;  upi.com

 

Comments
Loading...