Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy Ahmad jaarsolii biyyaa waliin Goondaritti mari’achaa jiru

0 185
Finfinnee, Onkololeessa 29,2011(FBC)-Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahmad naannoo Amaaraa magaala Goondaritti jaarsolii biyyaa waliin mari’achaa jiru.
 
Marii isaanitiinis walitti bu’iinsa ummata gidduutti umaamu gahee jaarsolii biyyaa irratti kan xiyyeeffateedha.
Jaarsoliin biyyaa kanaan duras waliin mari’achaa turaniiru.
 
Muummee ministiraa Goondar kan galan guyyaa borii naannoo Amaaraa daawwachuuf Goondar kan dhufan preezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqii simachuufi.
Comments
Loading...