Fana: At a Speed of Life!

Muummeen ministira Xaaliyaan daawwii Ityoophiyaa xumuran

0 63

Finfinnee, Onkololeessa 2,2011(FBC)-Muummeen ministira Xaaliyaan Juuseeppee Koontee daawwii guyyaa lamaa Ityoophiyaa xumuruun deeman.

Muummeen ministira FDRI Dooktar Abiy Ahmad fi Ministirri Dhimma Alaa FDRI Dooktar Warqinaa Gabayyoo Juuseeppee Koontee gaggeessaniiru.

Juuseeppee Koonten turtii isaanitiin Muummee ministira Dooktar Abiy Ahmad waliin hariiroo biyyoota lamaanii irratti marii bal’aa taasisaniiru.

Comments
Loading...