Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy dhuma baatii kanaa lammiilee fi dhalattoota Ityoophiyaa Awrooppaa jiran waliin ni mari’atu

0 114

Finfinnee, Onkololeessa 2,2011(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dhuma baatii kanaatti lammiilee fi dhalattoota Ityoophiyaa Awrooppaa jiran waliin ni mari’atu.

Marichis Fraankifartitti gaggeeffama.

Imbaasiiwwan Ityoophiyaa biyyoota Awrooppaa keessa jiranis marichaaf haala mijeessaa jiru.

Ministeerri Dhimma Alaa FDRI akka beeksisetti milkaa’ina marichaatif imbaasiiwwan Ityoophiyaa qindoominaan hojjechaa jiru.

Comments
Loading...