Fana: At a Speed of Life!

Warshaan Sukkaaraa Oomoo Kurraaz lakkoofsi 3 Dilbata eebbifama

0 105

Finfinnee, Onkololeessa 1,2011(FBC)-Godina kafaa fi Beenchii Maajii keessatti kana aragamu warshaan Sukkaaraa Oomoo lakkoofsi 3 Dilbata eebbifama.

Proojektii misooma Oomoo Kurraaz jalatti kanneen ijaaraman warshaalen sukkaaraa Afur keessaa tokko kan ta’e warshaan kun liqii baankii misooma Chaayinaa Birrii Biliyoona Saddeetin ijaarame.

Dhaabbata Chaayinaa Kaampilaant jedhamuun kan ijaarrame yoo ta’u, guyyatti sukkaara kuntaala kuma 8 hanga kuma 10 oomisha jedhameera.

Comments
Loading...