Fana: At a Speed of Life!

Leenjisaan Siyyum Abaataa du’aan boqotan

0 183

Finfinnee, Onkololeessa 1,2011(FBC)- Leenjisaa Siyyum Abaataa guyyaa har’aa addunyaa kanarraa du’aan boqotan.

Leenjisaa Siyyum kubbaa miilaa Ityoophiyaa keessatti nama maqaa guddaa qabaniidha.

Bara taphataa turanitti garee biyyaalessaa fi kilaba Qiddus giyoorgisiif kan taphatan yoo ta’u, leenjisummaan Buna Ityoophiyaa,Madinii fi garee biyyaalessaa leenjisaniiru.

Leenjisichi dhibee isaanirra gaheen hospitaala biyya alaa fi keessatti wal’aanamaa turaniiru.

Madda:soccerethiopia.net

Comments
Loading...