Fana: At a Speed of Life!

Instaagiraamin tajaajila kutaa addunyaa muraasa keessatti adda kutee ture eegale

0 125

Finfinnee, Fulbaana 30,2011(FBC)-Miidiyaan hawaasaa Instaagiraam jedhamu tajaajila kutaa addunyaa muraasa keessatti adda kutee ture bifa haaran eegalee jira.

Bilbilaa fi weebsaayitii irratti adda citee kan ture tajaajila suuraa fi viidiyoo qooduu jalqabuu Rooyiters mirkaneeffachuu gabaasera.

Ameerikaa kaabaa, Awurooppaa, Awustiraaliyaa, Hindi, Siingaapoor fi kutaalee addunyaa biroo keessatti tajaajilli Inistaagiramii adda citee turuu eerameera.

Madda: Rooyiteers

Comments
Loading...