Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonan Olompikii dargaggoota addunyaa Boonas Ayirasitti eegale

0 100

Finfinnee, Fulbaana 27,2011(FBC)-Shaampiyoonan Olompikii dargaggoota addunyaa 3ffaan Arjentinaa magaala Boonas Ayirasitti eegalee jira.

Jilli Ityoophiyaa bakka bu’us marsaa lamaan Boonas Ayiraas galee jira.

Olompikii dargaggoota addunyaa 3ffaa kanarratti biyyoota 206 irraa isporeessitootni kuma 4 ol gosoota ispoortii 32 guyyoota 13 kan gaggeefamu ta’a.

Gareen oloompikii Ityoophiyaa gosoota ispoortii lamaan atileetiksii fi biskilleettin kan hirmaatu ta’a.

Comments
Loading...