Fana: At a Speed of Life!

Maraatoonin Chikaagoo Dilbata dhufu gaggeeffama

0 90
Finfinnee, Fulbaana 25,2011(FBC)-Maraatoonin Chikaagoo Fulbaana 27,2011 magaala Chikaagotti gaggeeffama.
 
Maraatoonii kanarratti atileetonni Ityoophiyaa dhiiran Moosnat Garramoo, dubartootan atileet Birhaanee Dibaabaafi Roozaa Darajjee ni dorgomu.
 
Atileetonni sadanuu tilmaama moo’achuu argachuu isaanii odeeffannoon Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa irraa arganne ni mul’isa.
Comments
Loading...