Fana: At a Speed of Life!

Jilli jalqabaa Oloompikii Ityoophiyaa gara Boonas Ayiras imale

0 112

Finfinnee, Fulbaana 23,2011(FBC)-Oloompikii dargaggoota addunyaa 3ffaa irratti hirmaachuf Jilli jalqabaa Oloompikii Ityoophiyaa gara Arjeentinaa Boonas Ayiras imale.

Gareen atileetiksii Fulbaana 26,2011 garas ni imalu jedhamee eeggama.

Gareen oloompikii Ityoophiyaa gosoota ispoortii lamaan atileetiksii fi biskilleettin kan hirmaatu ta’a.

Dorgommiin kun Sanbata duraa Boonas Ayiraasitti kan eegalu yoo ta’u torbee lamaaf kan turuudha.

Comments
Loading...