Fana: At a Speed of Life!

Gareen Waaliyaa Bahaar Daar galan

0 193

Finfinnee, Fulbaana 21,2011(FBC)-Gareenn kubbaa miilaa Ityoophiyaa( Waaliyaan) gulaallii tapha waancaa Afrikaaf Bahaar Daar galan.

Waaliyaan Fulbaana 30,2011 garee biyyaalessa Keeniyaa waliin tapha qabaniif guyyaa har’aa gara magaala Bahaar Daar imalaniiru.

Garichi har’a irraa eegalee istaadiyeemii Bahaar Daaritti shaakallii taasisa.

Comments
Loading...