Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaatti ji’oottan jahan darbanitti qofa namoonni kuma 40 HIV’n qabaman jedhame

0 191

Finfinnee, Fulbaana 21,2011(FBC)-Chaayinaatti ji’oottan Jahan darbanitti lammiilen kuma 40 ta’an dhibee HIV saaxilamuu ibsameera.

Odeeffannoon akka mul’isutti ummata biyyattii keessaa namoonni kuma 800 ol haaraa dhibee HIV’n qabamanii jiru.

Biyyattitti dhibeen kun wal tuttuqqaa dhiigan kan darbaa ture yoo ta’u, wal qunnamtii saalan tamsa’aa jiraachuu ogeeyyonni fayyaa ni ibsu.

Chaayinaatti yoo xiqqaate waggaatti namoonni kuma 100 HIV’n ni qabamu.

Madda: BBC

Comments
Loading...