Fana: At a Speed of Life!

Muummee ministiraa Dooktar Abiyyii fi preezdaant Lammaan Paarkii Indaastirii Qonnaa Bulbulaa daawwatan

0 309
Finfinnee, Fulbaana 14,2011(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiyyii fi preezdaantiin naannoo Oromiyaa Dooktarri kabajaa Lammaa Magarsaan paarkii indaastirii magaalaa Bulbulaa fi Shaashamanneetti argaman daawwatan.
 
Paarkin Indaastirii Qonnaa Bulbulaa oomishaalee qonnaa fi bu’aalee oomisha beelladaa qindeessudhaan gara alaa erga.
 
Muummee ministiraa Dooktar Abiyyii fi preezdaant Lammaan Wiirtuu Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Shaashamannees daawwataniiru.
 
Ijaarsa paarkichaa baatiiwwan muraasa keessatti xumuruuf hojjetamaa jira.
 
Paarkichi oomishaalee fudraa fi mudraa, aannan, dammaa fi oomishaalee qonnaa biroo qonnaan bulaarraa fuudhudhaan qindeessee gabaadhaf dhiyeessa jedhameera.
Comments
Loading...