Fana: At a Speed of Life!

Iliyuud Kiipchogee riikardii maraatoonii addunyaa fooyyesse

0 203

Finfinnee, Fulbaana 6,2011 (FBC)-Lammiin Keeniyaa Iliyuud Kiipchogee Maaraatoonii Barliinin sa’aatii 2 fi daqiiqaa 1 fi sakondii 39 galuun riikardiiaddunyaa fooyyesse.

Iliyuud Kiipchogee umurii 33 kanaan dura Deeniis Kiimeeton qabamee kan ture daqiiqaa tokkoo oliin fooyyessuu danda’eera.

Keeniyaanoonni biroo Moosas Keeprootoo fi Kiipsaang 2ffaa fi 3ffaan xumuraniiru.

Dorgommii maraatoonii dubartootan Giilaadiyaas Cheeronoo, Ruut Agaanaa fi Xiruunasha Dibaabaa walduraa duban 1ffaa hanga 3ffaan galaniiru.

Madda: BBC

Comments
Loading...