Fana: At a Speed of Life!

Simannaa ABO rakkoo tokko malee xumuruuf qophiin taasifameera – Injiinar Taakkalaa

0 264
Finfinnee, Fulbaana 4,2011(FBC)- Simannaa Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) rakkoo tokko malee xumuruuf qophiin taasifamuu itti aanan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa himan.
 
Siamannaa booru magaalaa Finfinneetti gaggeeffamurratti Injiinar Taakkalaan qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’ataniiru.
 
Kantiibichi Koomiishinii Poolisii Federaalaa, Koomiishinii Poolisii Oromiyaa, Koomiishinii Poolisii Finfinnee, Abbaa Taayitaa Ittisaa fi To’annoo Balaa Tasaa fi Ibiddaa, Dambii Kabachiisa Finfinnee, Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Dhimma Nageenyaa waliin mari’ataniiru.
Comments
Loading...