Fana: At a Speed of Life!

Jawaar Mohaammad Dilbata jiraattota Dirre Daawaa waliin mari’ata

0 380
Finfinnee, Fulbaana 4,2011 (FBC)-Qabsa’aa mirga namoomaa fi Aktiivist Jawaar Mohaammad Dilbata jiraattota magaala Dirre Daawaa waliin marii taasisuufi.
 
Mariin fi simannaan Jawaarif taasifamu nagaan akka xumuramuuf poolisiin qophii xumuruu Komishiniin Poolisii magaala Dirre Daawaa Komishinar Geetaachoo Asras himaniiru.
Taarik Addunyaatu gabaase
Comments
Loading...