Fana: At a Speed of Life!

Dhukaasa Kaalifoorniyaatin namoonni 6 du’an

0 169

Finfinnee, Fulbaana 3,2011(FBC)- Dhukaasa Kaalifoorniyaatin namoonni 6 du’an.

Poolisiin akka beeksisetti dhukaasa banameen namoonni kan ajjeefaman magaalaa Baakersifiilditti.

Ajjeechichi maalif akka raawwatame poolisiin qorachaa jiraachun eerameera.

Namichi ajjeechaa ega raawwateen booda of ajjeesera.

Maddi; BBC

Comments
Loading...