Fana: At a Speed of Life!

Abbabaa Nagawoo walakkaa maraatoonii Moonsik injifate

0 297
Finfinnee, Qaammee 5,2010(FBC)- Atileet Abbabaa Nagawoo walakkaa maraatoonii Moonsik riikardii iddichaa fooyyeessuun injifate.
 
Abbabaan dorgomicha sa’aatii 1:02:39 galuun injifate.
 
Madda:IAAF
Comments
Loading...