Fana: At a Speed of Life!

Israa’eel si’a 200 Sooriyaa tumteetti

0 139
Finfinnee, Hagayya 30,2010(FBC)- Israa’eel bara Faranjootaa 2017 kaasee si’a 200 Sooriyaa tumteetti.
 
Ministirri Dhimma Nageenyaa Israa’eel Kaatz akka beeksisanitti, Israa’eel bara Faranjootaa 2017 kaasee si’a 200 Sooriyaa tumteetti.
 
Ministirichi Iiraan waraanashee Sooriyaa qubachiisun lola barbaacha akka ta’es beeksisaniiru.
 
Iiraan Iiraaqitti baalastiik miisaa’ela furga’u qopheessuu isheerraa kan ka’e, Israa’eel raayyaa Iiraan haleeluu akka barbaaddu beeksisteetti.
 
Iiraan daangaa Iiraaq meeshaalee furga’an gara Sooriyaatti dabarsuuf akka fayyadamaa jirtu ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Israa’eel Aviigdoor Liibarmaan himaniiru.
 
 
Maddi; Aljaziiraa
Comments
Loading...