Fana: At a Speed of Life!

Poolisiin Kibbaa waancaa liigii olaanaa kaase

0 259

Finfinnee, Hagayya 29,2010(FBC)- Kilabiin Poolisii Kibbaa waancaa liigii olaanaa yoo kaasu, Shiree Indasillaasee gara piriimiyar liigitti guddate.

Kilabiin magaala Bahaar Daar fi Poolisiin Kibbaa tapha har’a taasisaniin Poolisiin Kibbaa 1 fi 0 injifachuun waancaa fudhatee jira.

Gama biraan kilibiin sadaffaa gara piriimiyar Liigitti ol guddatu adda baasuf taphatameen Shiree Indasillaasee Jimmaa Abbaa Bunaa 2 fi 1’n injifachuun guddateera.

Comments
Loading...