Fana: At a Speed of Life!

Appilikeeshinii  ilbiisa farra midhaanii adda baasu kalaqame

0 216

Finfinnee, Hagayya 28,2010(FBC)- Qorattootni Chaaynaa appilikeeshinii bilbila ammayyaa ilbiisota farra midhaanii adda baasu hojjechuu isaanii beeksisaniiru.

Appilikeeshiniin kun midhaan suura kaasun gosa ilbiisaa kana adda baasa.

Appilikeeshinichi akkaadaamii saayinsii Chaaynaatti yaalii taasiseera.

Haaluma kanaan ilbiisa farra Ruuzii 50 ta’u adda baasuu danda’uu mirkanaa’ee jira.

Hirmaattootni qorannoo kanaa oomishtootni midhaan biyyattii teeknooloojii kana fayyadamuun gosa ilbiisa oomisha isaanii miidhuu danda’u adda baasun ittisuu danda’u jedhaniiru.

Madda: Shinuwaa

 

Comments
Loading...