Fana: At a Speed of Life!

Barattuun gonfoo mallattoo Traamp qabu lafatti gatte hidhamte

0 214

Finfinnee, Hagayya 25,2010(FBC)- Barattuun gonfoon ‘Ameerikaa deebsinnee guddoo taasisna’ jedha lafatti darbatte poolisiin qabamte.

Barattuun sadarkaa 2ffaa tun hiriyaaishee arrabsuu fi barsiisaa kaballaan rukuchuu poolisiin beeksiise.

Poolisiin umurii ishee walqabatee maqaa ishee ifa hin goone jedhame.

Barattuun tun barreeffamni gonfoo irra jiru ergaa sanyummaa qaba jettee jirti.

Madda: BBC

Comments
Loading...