Fana: At a Speed of Life!

Magaala Finfinneetti meeshan waraanaa too’atame

0 6,939

Finfinnee, Hagayya 11,2010(FBC)-Komishiniin Poolisii magaala Finfinnee meeshaa waraanaa shugguxii lakkoofsan hin beekkamne too’achuu hime.

Komishinichi too’annoo jala kan oolche osoo boottee boba’aa fe’uun magaalitti keessa naanna’aa jiruuyi jedhame.

Madda: TOI

Comments
Loading...