Fana: At a Speed of Life!

Yaa’in tokkummaa Muusliimota Ityoophiyaa Finfinneetti gaggeeffame

0 62

Finfinnee, Hagayya 5,2010(FBC) – Yaa’in tokkummaa Muusliimota Ityoophiyaa Finfinneetti gaggeeffame.

Hayyoonni amntichaa rakkoo hawaasa Muusliimaa hiikudhaaf yaa’ichaan mari’ataniiru.

Yaa’ichi kaka’umsa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin Koree Jijjiirama Dhaabilee Islaamummaa hundaa’en gaggeeffame.

Yaa’ichaan addaddummaa keessaa ba’uudhan, hawaasa Muusliimaa cimaa uumudhaaf waliigalameera.

Amma Sadaasa 2011ttis hojiin qindoominaa hojjetamee bakka muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti qindoominichi kan ifoomu ta’a.

Comments
Loading...