Fana: At a Speed of Life!

Hinditti balaa lolaa fi sigiga lafaan namootni 37 du’an

0 123
Finfinnee, Hagayya 6,2010(FBC)-Balaa lolaa fi sigiga lafaa Hindi Kibba Kerallaatti muudateen namootni 37 yoo du’an,ooyiruun midhaanii bal’aan barbadaa’era.

Bokkaa cimaa osoo walirraa hin kutiin rooben balaan cimaan kun qaqqabe.

Balaa qaqqabe kanaan namoonni kuma 30 qa’ee isaanirraa kan buqqa’an yoo ta’u, miidhaan lafa heektaara kuma tokkoo ol irra jiru guutumaan barbadaa’era.

Comments
Loading...