Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad mana paatriyaarkii Ortodooksii Ityoophiyaa Abuna Marqooriwoos deemuun daawwatan

0 59

Finfinnee, Hagayya 5,2010(FBC) -Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad mana paatriyaarkii Ortodooksii Ityoophiyaa Abuna Marqooriwoos deemuun daawwatan.

Daawwicharratti itti aanaan preezdaantii bulchiinsa mootummaa naannoo Tigraay Dooktar Dabratsiyoon G/mikaa’eel argamaniiru.

Abuna Maatiyaasis daawwichaaf muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad galateeffataniiru.

Zuufaan Kaasaahuuntu gabaase

Comments
Loading...