Fana: At a Speed of Life!

Zooniin Diinagdee Addaa Finfinnee ifoome

Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Dhaabbata Chaayinaa FHEC waliin shariikummaan kan ijaarsisu Zooniin Diinagdee Addaa Finfinnee ifoome.

Sirnicharratti Kantibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee, Itti Aanaa Kantiibaa Obbo Zhaanxiraar Abbaay, miseensoota kaabinee fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Zooniin diinagdee addaa kun lafa hektaara 35 irratti kan ijaaramu yoo ta’u, Zoonii Daldalaa fi Diinagdee, Zoonii Barnootaa fi Aadaa, Zoonii Faayinaanisii fi Bizinasii akkasumas Zoonii Mana Jireenyaa ammayyaa’aa kan of keessatti qabu ta’uun eerameera.

Amartii Tasfaayeetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.