Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitin Wallaggaa barattoota barnootaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 788 eebbisiise

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitin Wallaggaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 788 digirii jalqabaa fi digiri 3ffaan eebbisiiseera.
Eebbifamtoota keessaa 173 dubartoota ta’uu ibsameera.
Yuunvarsiitichi kaampaasii Gimbii fi Shaambuu dabalatee barnootaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture har’a marsaa 16ffaa yeroo 2ffaaf eebbisiiseera.
Efireem Malkaamutu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.