Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Wallaggaa duula arjoommi dhiiga eegalchiise

Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Wallaggaa hawaasa fi barattoota yuunvarsiiichaatin  duula arjoommi dhiiga torban tokkof turu eegalchiiseera.

Duulli kun lubbuu haadholii sababa da’uumsan dhangala’uu dhiigaatin darbuu baraaruuf kan kayyeeffateedha.

Akkasumas lubbuu balaa garaagaa muudatuun hanqina dhiiga jiru furuuf ta’uu ibsameera.

Duulli kun mata duree ‘dhiiga Gumaachuun lubbuu du’arra ha baraarruu’ jedhuun tumsa Baankii Dhiga Magaalaa Naqamtee gaggeeffamaa jedhameera.

Galaanaa Tasfaatu gabaase

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.