Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo Yuunvarsiitii Waldiyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9 ol taasise

Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo Yuunvarsiitii Waldiyaaf deeggarsa deebisanii dhaabuuf oolu  Birrii miiliyoona 9 ol taasise.

Yuunvarsiiticha yeroo gabaabaa keessatti deebisanii dhaabuun hojii baruuf barsiisuu akka eegalu taasisuuf kallatti Ministeerri Barnootaa kaa’een hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

Haaluma kanaan bulchiinsi yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddoo hojii deebisanii dhaabuu  yuunvarsiitii Waldiyaaf meeshaalee akaakuu Birrii miiliyoona 9tti tilmaamamu deeggarsa taasisuu ibsamera.

Maastawaal Asaffaatu gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.