Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise

Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii sababa garee Shororkeessaa ABUT lammiilee qe’eesaaniirra buqqa’aniif deeggarsa taasisuu beeksisee.

Magaalaa Dasseetti lammiilee sababa lolaaf buqqa’aniif deeggarsa taasisuudha kan ibsame.

Deeggarsichi Birrii miiliyoona 1.9 olitti kan tilmamamuu nyaata, meeshaalee nyaataa fi uffataalee ta’uu ragaan Yuunvarsiitiicharra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.