Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa baratootaa sagaantaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) – Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa baratootaa sagaantaa garaagaraan barsiisaa ture har’a eebbisiiseera.
Yuunvarsiitichi barattoota kuma 1,228 digrii jalqabaan, 70 digrii 2ffaan fi 2 ammoo Digrii 3ffaan waliigala barattoota kuma 1 fi 300 eebbisiiseera.
Barattoota digrii jalqabaan eebbifaman keessaa 954 dhiira, 274 dubartoota ta’uu ibsmeera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.