Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Jimmaa ogeeyyii yaala Fayyaa tajaajila yaala Fayyaa laachuuf gara adda waraanaa imalaniif gaggeessaa taasiise

Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitii Jimmaatti Inistiityuutiin Saayinsii Fayyaa ogeeyyii yaala Fayyaa kaka’umsa isaaniin tajaajila yaala Fayyaa laachuuf gara adda waraanaa imalan 11f gaggeessaa taasiiseera.

Inistiityuutichi meeshaalee yaala Fayyaa Birrii miiliyoona 3 olitti tilmaamamu waliin ogeeyyii kanneeniif gaggeessaa taasiisuu ibsameera.

Ogeeyyiin fayyaa kunneen ogummaa qabaniin dirqama itti laatame ba’uuf qophii ta’uu ibsameera.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.