Yuunvarsiitiin Jimmaa lammiileen buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa lammiileen sababa waraanaatif qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aniif deeggarsa taasiseera.
Yuunvarsiitichi deeggarsa meeshaalee gargaraa Birrii miiliyoona lamaa ta’aan zaayita, firaashii, saamunaa, uffataa qorraa, afataa fi meeshalaee biroo taasiseera.
Biyyi keenya qormaata ishee mudateerra ittisuuf tokkummaa ni dhaabbannaa kan jedhan preezdaantiin Jimmaa Dooktar Jamaal Abbaafixaa, yuunvarsiitiichi yeroo itti aanuuttis hawaasa cinaa akka dhaabbatuu himaniiru.
Deeggarsichi hawaasaaf Yuunvarsiitii Samaaraatin akka qaqqabuu ibsameera.
Tamasgeen Allebbaachootu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna