Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Jimmaa hayyoota 6’f profeesarummaa guutuu laate

Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa hayyoota 6’f profeesarummaa guutuu laateera.

Yuunvarsiitichi haayyoota hojii barsisummaa ciminaan raawwatanii fi hawaasaaf shooraa ba’aan tilmaamaa keessaa galchuun profeesarummaa guutuu hayyoota 6’f laateera.

Kanaafis profeesar Alamaayyoo Haadiis (Full Professorship in Health Engineering), profeesar Gammachuu Filee (Full Professorship in Mathematics), profeesar Gitinnat Bayyanee (Full Professorship in Medical Microbiology), profeesar Wayyeessaa Garradaaw (Full Professorship in Horticulture), profeesar Yooseef Dannaqaaf (Full Professorship in Microbial Biotechnology and Diagnostic Immunology) akkasumas profeesaar Brihaanu Nigusee (Full Professorship in Pediatrics Rehabilitation) profeesarumma guutuu laachuu ragaan Yuunvarsiiticharra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.