Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitii Walloof deeggarsi Birrii miiliyoona 7 taasifame

Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin FinfinneeYuunvarsiitii Walloo deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 7 taasiseera.

Deeggarsichi kutaa kaabaa biyyattitti waraanaa turen dhaabbilee barnoota deebisanii dhaabuuf tattaaffii taasifamuun keessaa qaama tokkodha jedhameera.

Kanaanis Yuunvarsiitii Finfinnee dabalatee yuunvarsiitiiwwan 10 waloon ta’uun Yuunvarsiitiiwwan Walloo, Waldiyaa fi Maqdallaa deeggaruuf sochii taasisaa jiraachuu Preezdaantiin Yuunvarsiitii Finfinnee Proofeesar Xaasaaw Waldahaannaa himaniiru.

Dhaabbileen kunneen adeemsa hojii baruu fi barsiisuutti hanga deebi’aniitti dhaabbileen hundi deeggarsa akka taasisaan proofeeserichi waamicha taasisuu EBC’n gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.