Yuunivarsitiin Poolisii Ityoophiyaa leenjitoota barsiisa ture eebbise
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Yuunivarsitiin Poolisii Ityoophiyaa leenjitoota gosa barnootaa garaagaraan leenjisisaa ture eebbisiise.
Sirna eebbicharratti Pireezidaanti FDRI Saahilawarqi Zaawudee, Koomishinarri Jeneeraala Koomishinii Poolisii Fedeeraalaa Dammallash Gabramikaa’eel fi Ministira Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamil argamaniiru.
Barakat Takkaallinyitu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.