Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsitiin Finfinnee Barattoota 271 eebbisise

Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Yuunivarsitiin Finfinnee Barattoota Saayinsii Fayyaan barsiisaa turee 271 yeroo 52ffaaf eebbiseera.
 
Saganticharratti Pireezidaantii Eeggataan Yuunivarsitii Finfinnee Dooktar Saamu’eel Kiflee fi Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaan argamaniiru.
 
Yuunivarsitichi barattoota saayinsii fayyaa 249 fi Anisteezhiyaa 22 eebbisiisu ragaan Yuunivarsitiicharra argame ni mul’isa.
 
Barattoota eebbifaman keessaa 158 dhiiraa yoo ta’an,113 immoo dubartoota ta’uun ibsameera.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
 
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.