Yuunivarsitii Jimmaatti koonfaransiin idil addunyaa geggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Yuunivarsitii Jimmaatti koonfaransiin idil addunyaa nageenya waaraa mirkaneessuu irratti xiyyeeffate geggeeffamaa jira.
Koonfaransaan walitti bu’iinsaan booda nageenya waaraa mirkaneessuu, nageenya waaraa fi amansiisaa mirkaneessuuf gaheen dhaabbiilee barnootaa irratti kan mari’aytamu ta’uun ibsameera.
Konfaransicha irratti Hayyuu Siyaasaa Obbo Leencoo Lataa dabalatee Pireezidaantonni dhaabbilee barnoota olaanoo fi hayyoonni Yuunivarsitiiwwaan biyyattii hirmaachaa jiru.
Muktaar Xahaatu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.