Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo fi Injibaaraa barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaan

Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo fi Injibaaraa barattoota muummeewwan garaagaraan sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.
Yuunivarsitiin Injibaaraa barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan barsisaa tura 974 eebbisiiseera.
Yuunivarsiitichi yeroo ammaa barattoota kuma 14 fi 679 barsiisaa jiraachuu himameera.
Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoos baratoota sagantaa digirii jalqabaa, 2ffaa fi 3ffaan muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture kuma 4 fi 400 eebbisiiseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.