Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Maqalee hojii baruuf barsiisuu idilee eegaluu beeksise

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Maqalee hojii baruuf barsiisuu idilee eegaluu beeksiseera.
Yuunivarsiitichaatti Daayrekatarri Tajaajila barattoota Dooktar Kasataa Laggasaa hojii baruu fi barsiisuu kan eegalan barattoota kuma 13 eegaman keessaa barattoota hedduu simachuurrratti himuun, barattoonni hafaanis galaa jiraachuu ibsaniiru.
Barattoonni Gurraandhala 1, 2013 eegalee barnoota isaanii hordofaa jiraachuu beeksisaniiru.
Dareen barnoota, manneen ciisichaa, kutaan mana nyaataa bifa ittisa koroonaa eeggatee qophaa’uu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.