Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota simachuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Maqalee guyyaa har’aarraa eegalee barattoota simachuu eegaluu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Hoji Gaggeessaan Bulchiinsaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Ministeerichaa Dooktar Solomoom Abrahaa, yuunivarsiitiin Maqalee guyyaa har’aa barattoota simachuu eegaluu mirkaneessaniiru.

Barattoonni mooraa yuunivarsitichaa har’a galanis waggaa eebbifamanitti barnoota kan addaan kutan ta’uu FBC’f himaniiru.

Sababa walitti bu’iinsaa kutaa Kaabaa biyyattiitti mudateen adeemsi baruu fi barsiisuu yuunivarsiitichaa addaan cituun kan yaadatamuudha.

Malaakuu Gaddiftu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.