Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Maqalee Barattoota haaraa simachuu eegale

Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Maqalee Barattoota haaraa kuma 1 ol simachuu eegaluu beeksiiseera.

Yuunivarsiitichi hanga Sadaasa 30, 2016tti barattoota haaraa Ministeerri barnootaa ramadeef kan simatu ta’uu Daayrektarri Tajaajila Barattootaa Yuunivarsiitii Maqalee Dooktar Kasate Laggaasaan ibsaniiru.

Barattoota kanneen ga’umsaa fi qulqullinaan leenjisee eebbisiisuf qophii barbaachisu hunda xumuruu eeruu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.