Yuunivarsiitiin Kotobee fi Siiviil Sarvisii Ityoophiyaa barattoota ogummaawwan garaagaraan barsiisan eebbisiisan
Finfinnee, Adoolessa 15, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Kotobee fi Siiviil Sarvisii Ityoophiyaa barattoota ogummaan garaagaraan barsiisan eebbisiisaniiru.
Yunivarsiitiin Kotobee barattoota ogummaawwan adda addaan sagantaa idilee fi idileen alaan barsiisaa ture kuma 1 fi 550 eebbisiiseera.
Yuunivarsiitiin Siivil Sarvisii Ityoophiyaas barattoota ogummaawwan garagaraan digirii jalqabaa, 2ffaa fi Dooktoreetiin barsiisaa ture kuma 2 if 377 eebbisiiseera.
Yuunivarsiitichi hanga ammaatti barattoota kuma 65 ol sadarkaa dippiloomaa fi digriin eebbisuu ragaan fuual Yuunivarsiiwwan kanneenirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.