Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota kutaa 12ffaa simachaa jira

Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Yuunivasiitiin Jimmaa baratootta qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa yuunivarsiitichaatti ramadaman simatamaa jiru.

Yuunivarsiitichatti barattoota kuma 10 fi 749 ramadaman keessaa kumni 4 fi 143 har’aa kan seenaan yoo ta’u kanneen hafan ammoo boru akka galan eegama.

Bifuma walfakkaatuun Yuunivasiitiin Jigjigaas barattoota qormaaticha fudhatan simachaa jiraachuu ragaan yuunivarsitoota kanneenirraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.